Waldaan Antarpriinaroota Shaggar, Biiroo aadaaf turiizimii, akkasumas Oknet Advert waliin ta’uun torbee aartipriinarootaa mata duree ”Aartipriinara Misooma Induustirii kalaqawaaf” jedhuun magaalaa Bishooftuutti leenjii aartipriinarii fi ogummaa daldalaa geggeessaa jira. Maarree, aartipriinaroonni leenjii kana irra jiran kalaqa adda addaa waan qabaniif, hojii kalaqaa kana jajjabeessuufis ta’e  waliin hojjechuuf namoonni fedhii qabdan sagantaa qabsiifachuun guyyaa gaafa sambata-duraa aartipriinaroota jajjaboo kanneen waliin walargitanii waldubbii taasisuu nidandeessu. Barri bara kalaqaaf walta’insaan hojjechuuti.  Gadaan quufa gabbina!

ሸገር ኢንተርፕሩነርስ አሶሴሽን ከኦሮሚያ በሕልና ቱሪዝም ቢሮና ኦክኔት አድቨርት ጋር በመሆን የአርትፕሪንየር ሳምንት ”አርትፕሪነር ለክርኤትቭ እንዱስትሪ እድገት” በሚል በቢሾፍቱ ከተማ የአርትፕሪንየርና የንግድ ስራ ክህሎት ስልጠና በማካሄድ ላይ ይገኛል። ታድያ በዚህ ስልጣና ላይ እየተሳተፉ ያሉ አርትፕሪነሮች የተለያዩ የፈጠራ ስራዎች ያላቸው ስለሆኔ የፈጠራ ስራቸውን ለመደገፍም ሆኔ አብሮ ቢዝነስ ለመስራት የምትፈልጉ የአርት ወዳጆችና ባለሀብቶች ለቅዳሜ ፕሮግራም በማስያዝ የቱሪዝም መሲሕብ በሆነችው በቢሾፍቱ ከተማ በመገኘት ማነጋገር የሚትችሉ መሆኑን እናስታውቃለን። ዘመኑ የፈጠራና የአብሮነት ነው።